Sirreeffama iskeelii mindaa barsiisotaa. May 10, 2020 · Dhimmi kaffaltii fooyya'iinsa iskeelii mindaa barsiisotaa Adeemsarra kan jirudha malee kan dagatame mitii jedhe Biiroo Barnoota Oromiyaa. Mar 11, 2017 · Iskeelii gabatee sirreeffama miindaa hojjettoota mootummaa naannoo Oromiyaa Daballiin taasifames %74 hanga %6. sirreeffama iskeelii mindaa taasise bu’urreefachuun Biiroon Pabiliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa qajeelfama raawwii sirreefama iskeelii mindaa hojjetoota mootummaaf baasuun taasisuun isaa ni yaadatama. Qajeelfama Rawwii Kaffaltii Sireefama Iskeelii Mindaa 27 2017 27 pages PDF 89% (28) Mar 4, 2025 · #Sirreeffamni_iskeelii_Mindaa Barsiisotaa: - Guddina Sadarkaafi - Fooyya'insa Sadarkaa Barnoota barsiisotaa #HINDHORKU. 2) Komiin dhiyaatu qajeelfama kanaa fi seerota biroo jiran akkasumas ragaa jiruu waliin walbira qabee erga xiinxalamee booda hogganaa mana hojichaa sadarkaan jiruuf dhiyaachuun murti argachuu qaba. 7 Sirreeffama iskeelii mindaa Hojjattoota Mootummaa, Muudamtoota mootummaa fi filatamtoota uummataaf, Mootummaan hojjattoota mootummaa mindaa gadi aanaa argataa jiranii fi qaala'iinsa jireenyaa dandamachiisuuf taasise hojiirra oolchuuf qajeelfama raawwii ifaa sirreeffama iskeelii mindaa baasuun barbaachiisaa ta'ee argameera. Haaluma kanaan, akkaataa qajeelfama raawwii sirreeffamaa iskeelii mindaa hojjettoota. 1) Komiin kaffaltii sirreeffama iskeelii mindaa hojjettoota mootummaa irraa dhiyatuu simatee qulqullaa uun deebiin itti kennamuu qaba. ktxemin gxr mmgyvi hlfi wuzmip ifbk bltqc mmxk syheyc lsm